2 Timothy 4:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan ayyaana keeti woliin jiraatu. Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni lubbu tante woliini tahinna. Eebitileeni isani ch'ufa woliini tahinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon hafuura kankee waliin taa'inna! Kennamsi nasu Waaqaa isan cufa waliin taa'inna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan Yesuus Kiristoos hafuura kee woliin haa jiraatu. Badhaani isin woliin haa ta'u. Amiin!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan Yesuus Kiristoos hafuura kee woliin haa jiraatu. Badhaani isin woliin haata'u. Amiin!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan si'iin woliin haa ta'u. Kennaan Waaqaa ka bilisaa si woliin haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan ayyaana keeti woliin jiraatu. Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.