2 Timothy 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo haala mara keessatti ititi; rakkoo ossadhu; hujii lallaba Oduu Gammadaa huji; hujii itti ergante mara muummessi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini hojja ch'ufa ufi qorqorachu malte; gaargala obsi, aka nama Odu Dansa barsiisu tahi, huji Waaqa ch'ufa guuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ammoo yo'a cufaa ufi qorqorachuu malte! Gaargala obsii, akka nama oduu dansaa barsiisuu ta'i! Hujii Waaqaa cufa guuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo waa maraa uf eega'aa raawwadhu; rakkinna obsi, hujii kee lallaba Dubbii Nagayaa godhadhu. Hujii kee raawwadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ammoo waa maraa uf eega'aa raawwadhu, rakkinna obsi, hujii kee lallaba Oduu Nagayaa godhadhu. Hujii kee raawwadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati garuu waan maraanuu ufi eeggataa ta'i, rakkinna fudhachu'uun jabaadhu, hujii lallabduummaa wongeela raawwadhu, tajaajila kee'llee maraa raawwadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo haala mara keessatti ititi; rakkoo ossadhu; hujii lallaba Oduu Gammadaa huji; hujii itti ergante mara muummessi.