2 Timothy 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka dhibaayyu'uu dhibaafamuu geyeera; yennaan ani du'u geetteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojjaani sorio na baasani ya geete; hojjaani anini jireenna kana keesaa bahu ya geete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaan Lubbuu tiyya itti ijjesaan ya geette; yo'ii anin jireenna kana keessaa ba'uulleen ya gaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun tiyya amma akka dhibaayyu'uutitti jigu'uuf taati; hennaan deemullee gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lubbuun tiyya amma akka dhibaayu'uutitti jigu'uuf taati; hennaan deemullee gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ain garuu kitimaa ta'u'uuf dhiyaadhee jira, biyya lafaa kana irraa fooyamee yeroon itti deemu'llee gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka dhibaayyu'uu dhibaafamuu geyeera; yennaan ani du'u geetteerti.