2 Timothy 4:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle eegadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya haga dandau utaale, dogoomsu tiyya la hobaafad'e, d'ugefacha ya jabeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin lola akka dansaa lole, doggoomsuu tiyyaallee la hobaafadhe, dhugeffachaallee ya jabeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wondhaansoo mishaa bayeera; fiigicha kiyya fixeera. Amantii kiyya eeggadheera; uf afo'otti badhaasaa fi qajeellummaan naaf qophaayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wondhaansoo mishaa bayeera; fiigicha kiyya fixeera. Amantaa kiyya eeggadheera, uf afo'otti badhaasaaf qajeellummaan naaf qophaayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lola kiyya haala misha'aan lolee jira, woldurssoo fiigicha kiyyaa'llee haga muummee titti fiigee jira, amantii kiyya'llee eegee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle eegadheera.