2 Timothy 4:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ariiti'iin akka teete te'ii koyi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabaad'u, hurrisi nati kooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabaadhuu, hurrisii natti kootti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka daddaftee gara kiyya dhuftu jabaadhu. Deemaas biyya lafaa tana waan jaalateef na dhiisee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daddaftee akka gara kiyya dhuftu jabaadhu. Deemaas biyya lafaa tana waan jaalateef, na dhiisee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dadafaan gara kiyya akka dhufittu haa ta'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ariiti'iin akka teete te'ii koy.