3 John 1:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ani yoo dhufe, dharaan nu hamataa hantuu inni hujaa ture maraa dubbadha; tunille isa gewuu dhaddee obboleeyyan fudhata dida. Worri dhibille akka isaan hin fudhanne dhooggee, wolde'a kiristaanaa keessaa isaan baasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini d'ufe, waan inni tahe ch'ufa diidati baasa, waan hamtu inni nu tolcheefi kiyyiba inni dubbate! Ammo wonti kunini isa ingeetu; yo oboleyaani d'ufte inni worra ind'ieesu, ammalle jara worra d'ieesu fed'ule d'owe gumi keesaa baasu fed'a!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo dhufee, waan hamtuu innii tolchee fi kiyyiba innii dubbateellee cufaa diidaatti baasa. Wantii kun ammoo isa hingeennee innii yo obboleeyyan dhufte warra hinkeessummessu, ammallee jara warra Keessummeessu fedhuullee dhowweetti gumii keessa baasuu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani yoo dhufee hujii hamaa inni huja'aa odeessu hin dubbadha. Kunuu isa hanqatee obboleeyyanillee ufitti hin dhiyeessu. Worra isaan simatullee dhooggee woldaa keessaa isaan baasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu ani yoo dhufee hujii hamaa inni huja'aa odeessu hin dubbadha. Kunuu isa hanqatee, obboleeyyanillee ufitti hin dhiyeessu. Worra isaan simatullee dhooggee woldaa keessaa isaan baasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gara keessan yeroo dhufu inni nu arrabissa'aatii fi nu salphisa'aa, hujii inni raawwate hamaa mara marattuu ni dubbadha, kun uduu isaa hin gayin hafee, inni mataan isaatuu obboleeyyan ufitti hin fudhatu. Kuunniin'llee akka isaan ufitti hin fudhanneef ni dhoogga. Woldaya amanti'iitii'llee isaan ni baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani yoo dhufe, dharaan nu hamataa hantuu inni hujaa ture maraa dubbadha; tunille isa gewuu dhaddee obboleeyyan fudhata dida. Worri dhibiille akka isaan hin fudhanne dhooggee, wolde'a kiristaanaa keessaa isaan baasa.