3 John 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaala kiyya! Waan dansaa fakkaadhu malee waan hamaa hin fakkaatin. Nami waan dansaa huju ka Waaqaa ti; nami waan hamaa huju Waaqa hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaala kiyya, waan hamtu gula indeemini, ammo waan dansa gula deemi. Nami waan dansa tolchu ch'ufti ka Waaqaati; ka waan hamtu tolchu Waaqa ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaala kiyya waan hamtuu gula hindeemin, waan dansaa gula deemi. Namii waan dansaa tolchu cufti ka Waaqaati; ka waan hamtuu tolchu Waaqaa hingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloo kiyya waan mishaa malee hamaa hin fakkaatin. Ka waan mishaa raawwatu maruu Rabbiin irraa; ka waan hamaa ka hammeenna hojjatu ammo Rabbiin hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalloo kiyya waan mishaa malee hamaa hin fakkaatin. Ka waan mishaa godhu Rabbiin Ka hamaa godhu ammoo Rabbiin hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahela kiyya! Mishaa fakkaadhu malee hamaa san hin fakkaatin. Hujii mishaa ka hojjatu marrinuu ka Waaqaati. Hujii hamaa ka hojjatu garuu Waaqa hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaala kiyya! Waan dansaa fakkaadhu malee waan hamaa hin fakkaatin. Nami waan dansaa huju ka Waaqaa ti; nami waan hamaa huju Waaqa hin dhaggine.