3 John 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan si'iif barreessu waan hedduu qaba; ammoo feeni'ii fi hallu'uun si'iif barreessiisaaf hin barbaadu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan heddu ka siti himu qaba, ammo tatabe irati t'aafu imfed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan hedduu sitti himuu malee, ammoo waraqata ergaa irraatti barreessuu hinfedhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sii barreessu baay'ee qaba. Haa ta'uu ammo bi'iiri'ii fi qalamaan sii barreessuu hin barbaanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan sii barreessu baayi'ee qaba. Haata'uu ammoo bi'iiri'ii fi qalamaan sii barreessuu hin barbaanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Si barreessu'uuf ka barbaadu waan baayi'ee qaba ture, garuu xalaya'aan si ibisu'uuf hin barbaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan si'iif barreessu waan hedduu qaba; ammoo feeni'ii fi hallu'uun si'iif barreessiisaaf hin barbaadu.