3 John 1:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhiko'otuu akka si dhaggu hin addadha; yennaa san ilaan wol dhagginee hin haassonna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
La heregad'e aka d'iotu si argu, yoosi wolhasoomna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka dhi'oottuu si argu la herregee gaafasi walhaasomna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dhiyoo keessatti si argee akka woliin qaandhu abdii godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa dhiyoo keessatti si argee akka woliin qaandhu abdii godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo dhiyo'otti si argu'uuf abddii ni taasisa, yeroo sanitti jechaa jechaan woliin ni haasofnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiko'ottuu akka si dhaggu hin addadha; yennaa san ilaan wol dhagginee hin haasonna.