3 John 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nageenni si'iif te'u. Jaaloti teeti nageya si'iif dhaaman. Jaalota teennatti tokkuma tokkoon nageya nu'uuf him.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nagaya keesa tai. Jaallaani tante ch'ufti nagaya d'aamti. Jaallaani teenna ch'ufa nagaya naa fuud'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nagaa keessa taa'i. Jaallan tantee cuftii nagaa dhaamti. Jaallaan teenna cufa nagaa itti naa himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nagaya ta'i; goshoonni tee nagaya sii dhaamaniiran. Goshoo kee marattuu nagaya naa himi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nageenni siif haa ta'u. Goshoonni tee nagaya sii dhaamaniiran. Goshoo kee marattuu nagaya naa himi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nageenni siif haa ta'u. Waaheloonni nagaya siif ni dhiyeessan. Ati'llee Waaheloota keennaaf tokko tokkoon, nagaya nuuf dhiyeessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageenni si'iif te'u. Jaaloti teeti nageya si'iif dhaaman. Jaalota teennatti tokkuma tokkoon nageya nu'uuf himi.