3 John 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
jaala kiyya! Akkuma lubbuun teeti tolte, akka fayyaa teetuu fi wonni maraa si'iif tolu hin daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaala kiyya, anini Waaqa kad'ad'a, aka atini nagayaani teete fayya nafa argattu, anini imbeekha, lubbuuni tante fayya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaala kiyya, anin akkuma lubbun tantee fayyaa, akka nafii keetiilleen fayyaa ta'ee atin nagayaan teettu, Waaqaa sii kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloo kiyya! lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol sii qixxaayuu fi akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalloo kiyya, lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol-siiqixxaayatuuf akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahela kiyya! Jireenni kee marrinuu akka si mijaayu, fayyaa akka qabaatuu fi akkuma kana boqannaa hafuuraa akka argattu siif ni hawwa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaala kiyya! Akkuma lubbuun teeti tolte, akka fayyaa teetuu fi wonni maraa si'iif tolu hin daadimadha.