3 John 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan gariin dhufanee dhuga'aaf addatamu'uu fi dhuga'aan jiraachuu keeti yennaa anatti himane ani guddoo gammade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani toko d'ufte, aka atini d'uga keesa jirtu nati himte jennaani anini guddo gammade akuma atini durile d'uga keesa teetu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan takka dhuftee akka atin akkuma durii dhugaa keessa jirtu natti himtee, anin guddoo gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan dhufanii akka ati dhuga'atti jiraattu, waan dhugaa keetii naa rannaan guddisee gammade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboloonni dhufanii akka ati dhuga'atti jiraattu, waan dhugaa keetii naa rannaani guddisee gammade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhuga'aaf amanamummaa keetii fi dhuga'aaf'llee jiraachuu kee obboleeyyan kristaanotaa tokko tokko dhufanii yeroo natti himantti, haalaan ni gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan gariin dhufanee dhuga'aaf addatamu'uu fi dhuga'aan jiraachuu keeti yennaa natti himane ani guddoo gammade.