3 John 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolleen tiyya dhuga'aan jiraachuu isi'ii dhage'iisaan irra wonni na gammachiisu hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ijoolle tiyya ta d'uga keesa teetu ira na gammachiisa injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii ijoollee tiyya ta dhugaa keessa teettu irra na gamachiisaa hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti akka ijoolleen tiyya dhuga'atti jiraachuu isaanii dhagayu'uu na gammachiisu waan hin jirreef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti akka ijoolleen tiyya dhuga'atti jiraachuu isaanii dhagayu'uu na gammachiisu waan hin jirreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoolleen tiyya dhuga'aan dedeebi'aa jiraachuu isaanii dhagayuu irra ka caalu, wonitti ana gammachiisu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen tiyya dhuga'aan jiraachuu isi'ii dhage'iisaan irra wonni na gammachiisu hin jiru.