3 John 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaala kiyya! Obboleeyyan si'iif keessummaa haareya te'anulle, ati isaan addatamaan hin qarqaarta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaala kiyya, yo oboleyaani qarqaartu, ato worri keessuma taatele, waan guddo dansa tolchita.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaala kiyya yo obboleeyyan qarqaartu, adoo warri keessumma taateellee, waan guddoo dansaa tolchita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloo kiyya! siif keessummaa yoo ta'anillee ati waan obboleeyyanii gootu maraan amanama'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalloo kiyya siif keessummaa yoo ta'anillee ati waan obboleeyyanii gootu maraan amanama'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahellan kiyya! Si'iif keessummoota yoma ta'an'llee obboleeyyaniif tajaajila amanamaa ni kennita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaala kiyya! Obboleeyyan si'iif keessummaa haareya te'anulle, ati isaan addatamaan hin qarqaarta.