3 John 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanille marroo jaalala keetii wolde'a kiristaanaatitti himaneeran; karaa Waaqa gammachiisuun deemsa isaaniitiifille isaan qarqaartee yoo geegessite waan dansa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala tante ya gumi armaati hasaani. Worra qarqaari, aka imaltuuni worraa kara Waaqi fed'uuni toltu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalala tantee ya gumii armaatti haasa'an. Akka imaltuun warraa karaa Waaqii fedhuun toltu warra qarqaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan jaalala keetiitiif isaaniif woldaa amantootaa afo'otti rageera. Akka Rabbi jaalatutti imala isaaniititti yoo isaan gargaarte waan mishaa goote.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan jaalala keetiitiif isaaniif woldaa amantootaa afo'otti rageera. Akka Rabbi jaalatutti imala isaaniititti yoo isaan gargaarte, waan mishaa goote.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee waayee hujii jaalalaa ka isaanii raawwatteetiif woldayoota amanti'ii duranatti ragaa bayanii jiran, amma'llee haala Waaqinni gammachiisuun, adeemissa isaaniitiin isaan yoo garggaartte misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille marroo jaalala keetii wolde'a kiristaanaatitti himaneeran; karaa Waaqa gammachiisuun deemsa isaaniitiifille isaan qarqaartee yoo geegessite waan dansa'a.