3 John 1:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Kiristoos tajaajiliisaaf yennaa bayane, worra dhugeeffattoota hin te'in irraa womaa hin fudhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kaeti imaltu huji Kristo tolchu d'aqe, ka qarqaarsa nama ind'ugefatinle iraa infeene.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ka'eetti ka qarqaarsa nama hindhugeefatiniillee irraa hinfeenee, hujii Kiristoo tolchuuf imaltuu dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Yihuudii hin taane irraa womaa uduu hin fudhanne maqaa Yesuusiitiif jedhanii waan bayaniiraniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra Yihuudii hin taane irraa womaa uduu hin fudhanne maqaa Yesuusiitiif jedhanii waan bayaniiraniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan Kristosiin tajaajilu'uuf yoo bayan, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne irraa gargaarssa woyiitu hin fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Kiristoos tajaajiliisaaf yennaa bayane, worra dhugeeffattoota hin te'in irraa womaa hin fudhanne.