3 John 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti hujii dhuga'aa tana worra qoodamu akka teenuuf namoota akkasii kana qarqaaruu qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu Kristiani jara kana qarqaaru male, aka nu huji worraa ta d'uga worra woliini qoodannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu'uun Kiristaanaa akka hujii dhugaa warra waliin qoodannu jara kana qarqaaruu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qoodamtoota hujii dhuga'aa akka taanuuf, namoota akkana jiran kanniin garggaaruu ni qabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti hujii dhuga'aa tana worra qoodamu akka teenuuf namoota akkasii kana qarqaaruu qanna.