3 John 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani wolde'a kiristaanaatiif xalayaa barreesseera; Diyotreefesiin sooressa te'iisaaf barbaadu ammoo yaada kiyya hin fudhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tatabe diqo toko gara gumi t'aafe; ammo namichi Diotrefe jed'ani, ka gudda worraa tahu fed'u, dubbi tiyya womatu indarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Ergaa diqqoo takka gara gumii barreesse, ammoo namichii “Diyootree” jedhan ka guddaa warra ta'uu fedhu, dubbii tiyya homaattuu hindare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woldaa Kiristaanaa saniif barreessee ture; haa ta'uu ammo Diyootreefesiin bulchaa ta'uu barbaadu nu hin simatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana amanta'aatiif barreessee ture, haata'uu ammoo, Diyootreefesiin sooressa ta'uu barbaadu nu hin fedhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asiin durana waldaya amanti'ii Kristosiitiif xalayaa barreessee jira, garuu durssaa woldaya amanti'ii ta'u'uuf ka barbaadu Deemetrius, yaada kiyya hin fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani wolde'a kiristaanaatiif xalayaa barreesseera; Diyotreefesiin sooressa te'iisaaf barbaadu ammoo yaada kiyya hin fudhanne.