Acts 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergantooti gaara Ejersaa jedhamu irraa gara Yerusaalemii deebi'ane; gaarri Ejersaa Yerusaalem irraa gara kiiloo meetira tokko fagaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ergattuuni gaara ejersa, ka d'aatu dira Yerusalemu, biraa yaate kaate dirati dachaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan guyyaa sambataa tokko ergamtootii Gaara Ejersaa, ka dhaattuu dira Yerusaalem, biraa yaatee gara diraatti dachaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa gaara gaara ejersaa ka jedhamu irraa gara Yerusaalemii deebi'an. Gaarri kun Yerusaalemiin irraa deemsa guyyaa Sambataa (kiilomeetira tokko) ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san gaara ejersaa ka jedhamu irraa gara Yerusaalemii deebi'an. Inni kun Yerusaalemiin irraa diqqoo fagaata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Gaara Ejerssaa ka jedhame gara Yerusaalemii ni deebi'an, Gaarri Ejerssaa Yerusaalemiin irraa ka fagaatu karaa torbaanii (haga kiilomeetira meetira tokkooti.)
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergantooti gaara Ejersaa jedhamu irraa gara Yerusaalemii deebi'ane; gaarri Ejersaa Yerusaalem irraa gara kiiloo meetira tokko fagaata.