Acts 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan qooda hujii teennaa nu woliin akka qabaatu waan filameeruuf, golii teenna te'eeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Yudani qara namuma keenna ka nu huji taka woliini hojanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Yihudaan qara namuma keenna ka nu hujiii takkaa waliin hojjanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nu keessatti laakkayamee waan tureef, tajaajila kanaaf hiree argate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu keessatti laakkawamee waan tureef, tajaajila kanaaf hiree argate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudaan'llee nu keessaa tokko ta'e, qoodamaa tajaajila kanaa ni ture.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan qooda hujii teennaa nu woliin akka qabaatu waan filameeruuf, golii teenna te'eeraayyu.