Acts 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yerusaalem keessa le'anu duudiin waan kana dhage'ane; maarre isaan lafa san afaan ifiitiin ‘Akeldaamaa’ jedhane; akkas jechuulle “Lafa dhiigaa” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Yerusalemu jiru ch'ufti waan kana d'agaye, afaani worratiini oobru suni maqa Akeldama iti baasani, akasi jechaani oobru d'iiga jecha.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Yerusaalem jiru cuftii waan kana dhagayee, afaan warraatiin oobruu sun maqaa ‘Akeldaamaa’ itti baase, akkasi jechuun ‘Oobruu dhiigaa’ jechuu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun worra Yerusaalemiin jiraatan maraa biratti hin beekkame. Kanaafuu lafti sun afaan isaaniitiin «Akeldaamaa» jedhamee waamame. Hiikkaan isaa, «Lafa dhiigaa» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti kun worra Yerusaaleemiin jiraatan maraa biratti hin beekame. Kanaafuu lafti sun afaan isaaniitiin «Akeldaamaa» jedhamee waamame. Hiikkaan isaallee «Lafa dhiigaa» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Wonitti kun'llee worra Yerusaalemiin jiraatan mara biratti ni beekame, kanaaf laftti sun afaan isaaniitiin, Akeldaamaa jedhamee ni waamame, hiikkaan isaa'llee, (Lafa dhiigaa) jechu'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yerusaalem keessa le'anu duudiin waan kana dhage'ane; maarre isaan lafa san afaan ifiitiin ‹Akeldaamaa› jedhane; akkas jechuulle ‹Lafa dhiigaa› jechu'u.