Acts 1:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
haga guyyaa gara ol gubba'aa bayeetitti waan huje; inni ergantoota filateef, ajaja ifii karaa Ayyaana Woyyichaatiin kenneen duuba gara ol gubba'aa baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga inni gubbati oldeebie. Ato gubbati oliindeebiini, inni jabeenna Lubbu Qulqullotiini jara qara fohate ergattu tolfateti d'aame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
haga guyyaa gubbaatti oldeebi'eetii asi barsiise cufaa la sii barreesse. Adoo gubbaatti ol hindeebiin, innii jabeenna Hafuura Qulqullootiin jara qaraa foohate ergamtoota tolfateetti dhaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sunillee waan haga guyyaa sami'itti ol fudhatamuutitti ergamtoota filatee fi ajaja karaa Ayyaana Woyyu'uutiin isaanii kennamteeti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haga guyyaa gara sami'ii ol bayee titti ka hojjate, gara sami'ii ka ol baye'llee, ergamittoota filateef ajaja isaa karaa Hafuura Qulqullu'uutiin eega isaanii kenneen duubatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga guyyaa gara ol gubba'aa bayeetitti waan huje; inni ergantoota filateef, ajaja ifii karaa Ayyaana Woyyichaatiin kenneen duuba gara ol gubba'aa baye.