Acts 1:22 — Compare Translations

4 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
akkasuma cuuphaa Yohaannisiitiin jalqabee, haga guyyaa Yesuus nu biraa ol fudhatameetitti, worra nu woliin jiru kana keessaa tokkochi, du'aa ka'a Yesuusiitiif, nu woliin nama dhugaa bawu te'uu barabaachisa” jedhe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
tokko nu woliin ragaa du'aa ka'uu isaa ta'uu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana cuuphaa Yohaannisiitii jala qabee, haga guyyaa Gooftaan Yesus gara samii ol deebi'ee titti, namoota woliin turan kanniin keessaa tokko, nu'u woliin ragaa du'aa ka'iinssaa isaa akka ta'u, ni barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma cuuphaa Yohaannisiitiin jalqabee, haga guyyaa Yesuus nu biraa ol fudhatameetitti, worra nu woliin jiru kana keessaa tokkochi, du'aa ka'a Yesuusiitiif, nu woliin nama dhugaa bawu te'uu barbaachisa» jedhe.