Acts 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan nama lamaan Yoseef ka barsaabaas yookiin Yosxos jedhamee waammamu fi Maatiyaas dhikeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri nama lama maqa d'ae; toko Yusufu, ka Barsaba jed'ani, ka maqaani lameeso Yusto; ka lameeso Mathiya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Warrii nama lama maqaa dha'e; tokko Yoseef, ka Baarsaabaas yokaan Yosxos jedhan; ka lameessoo Maatiyaas.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyoosxoos ka jedhame, Barsiyaanii Yooseef jedhamee fi Maatiyaasiin lamaan kanniin dhiyeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Iyoosxos barsiyaa Yooseef jedhamuu fi Maatiyaasiin lamaanuu dhaabsisanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti namoota lamaa ni dhiyeessan, isaan'llee Baarsaabaas yookiin Yosxosii ka jedhame, Yooseefii fi Maatiyaasiin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan nama lamaan Yoseef ka barsaabaas yookiin Yosxos jedhamee waamamuu fi Maatiyaas dhikeessane.