Acts 1:25 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka inni huji tana keesa qooda argate ergattu tahu ta Yudani lakise fulla isaa malte biraa deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka innii hujii Yihudaan lakkisee fulaa isaa malte biraa deemee tana, keessa qooda argatee ergamaa ta'u” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota lamaan filatte kanniin keessaa tokko muudi» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
namoota lamaan filatte kanniin keessaa tokko muudi» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
wonitti kadhanuuf'llee Yihudaan gara bakka ufii titti yoo deebi'u tajaajila gad dhiisee fi ergamitummaa fudhachu'uuf nama isa bakka bu'u akka nuuf ibssituuf.»