Acts 1:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan namoota lamaan keessaa tokko filiisaaf hixaa yennaa buusane, hixaan Maatiyaas dhaqqabe. Maarre inni ergantoota kudhanii tokkotti dabalame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hit'a buusani, hit'aani Mathiya ira bue, inni ergattu kud'ani tokoti darame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan hixaa buusanii, hixaan Maatiyaas irra bu'ee, innii ergamtoota kudhanii tokkotti darame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii isaan hixaa buusanii, hixaan Maatiyaasiin qabee inni ergamtoota kudha tokkoo keessatti laakkayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hixaa isaanii buusanii, hixaanillee Maatiyaasiin gayee, ergamtoota kudha tokkoon wolitti laakkayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Carraa yeroo buusanitti'llee carraan Maatiyaasiif ni baye, kanaaf inni ergamittoota kudha tokkoo woliin ni lakkayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan namoota lamaan keessaa tokko filiisaaf hixaa yennaa buusane, hixaan Maatiyaas dhaqqabe. Maarre inni ergantoota kudhanii tokkotti dabalame.