Acts 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa wolitti qabamane ergantooti Yesuusiin, “Gootta'a, ati ammaa tana Israa'eliif Mootummaa deebittee kennaartaa?” jettee gaafatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ergattuuni wolwoldeete waan Yesoni jette Aabbo, atini ammatana guddinna lafa tana Israeliti deebifta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootii walwaldeennaan, “Aabboo, atin ammaatana mootummaa lafa tanaa Israa'eliitti deebiftaa?” jettee Yesus gaafatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa wol gayan, «Gooftaa kennaa! Hennaan mootummaa Israa'elii deebiftee dhaabdu ammaa?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee hennaa wolgayan, «Gooftaa kennaa! Ji'a kanatti mootummaa Isiraa'elii hin deebiftaa?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee bakka tokkotti wol gayanii uduu jiran, «Yaa Gooftaa! Mootummaa Israa'eelii deebifttee yeroo itti kennitu, amma moo?» jechuun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa wolitti qabamane ergantooti Yesuusiin, «Gootta'a, ati ammaa tana Israa'eliif Mootummaa deebittee kennaartaa?» jettee gaafatte.