Acts 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Yenna'aa fi bara Abbaan kiyya baallii ifiitiin murteesse beekuu hin dandeettanu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Guyyafi ganni ka Aabbooni fohate harka isaa ke jira, waan isani beekhu himmalini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee warraan, “Guyyaa fi gannii Aabboon foohate harka isaa keessa jiraa, waan isan beekuu hinmaliin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Ji'oota fi woggoota Aabba baallii ufiitiin murteesse beekuun isinii hin kennamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Ji'oota fi woggoota Aabba baallii ufiitiin murteesse beekuun isinii hin kennamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Waaqinni Abbaan aangoo isaatiin yeroo fi bara murtteesse, isin beeku'uuf hin dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Yenna'aa fi bara Abbaan kiyya baallii ifiitiin murteesse beekuu hin dandeettanu;