Acts 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus kana jedheen duuba, adoo isaan isa ilaalanuu gara ol-gubba'aa fudhatame; duumensille isaan duraa isa golle.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi inni dubbi tana dubbate, ato worri ilaalu, inni gubbati oldeebie, dumansi isaani dura isa d'osse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii innii dubbii tana dubbate, adoo warrii laaluu, innii gubbaatti oldeebi'ee, duumansii isaan duraa isa dhosse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana haga dubbateen maayii uduma isaan isa argan gara sami'ii ol fudhatame; duumessillee ija isaanii afo'oo isa dhosse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana haga dubbateen maayii uduma isaan isa argan gara sami'ii ol fudhatame; duumeessillee ija isaanii afo'oo isa dhosse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana eega jedheen duubatti uduma isaan isa arganiin, gara sami'ii olii ni baye, duumessi'llee ufitti simateenii ija isaanii jala ni dhosseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus kana jedheen duuba, adoo isaan isa ilaalanuu gara ol-gubba'aa fudhatame; duumensille isaan duraa isa golle.