Acts 10:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ol gubbaan banantee, wonni akka woyaa guddoo fakkattu roga afuriinuu gad bu'aartuun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gubba banamtufi waan aka woya ta humbi afraanu hid'ani isa dura lafati gadi buusani arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee gubbaa Waaqaa ta banamtuu fi waan akka wayaa ta fiixee afraanuu hidhanii lafaatti gadi buusan arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiin banamtee kallattii arfaniinuu waan woyaa fakkaatu ka wol qabateeru gara lafaa yoo bu'u arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samiin banamtee kallattii arfaniinuu waan woyaa fakkaatu ka wol qabateeru kallattii arfaniinuu gara lafaa yoo bu'u arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muldhanni arge'llee samiin banamee kallattii arffaniin ka qabame wonitti uffata guddaan golgata fakkaatuu, gara lafaa yoo bu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol gubbaan banantee, wonni akka woyaa guddoo fakkaattu roga afuriinuu gad bu'aartuun dhagge.