Acts 10:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san qoonqoon, “Pheexroos, ka'i; bineensota kana qaladhuutii nyaadhu!” jettu dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni isati d'ufte waan jetteeni, Petro, kai, waan kana qalad'u nyaad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qoonqoon isaatti dhuftee, “Phexros, ka'ii, qaladhuu nyaadhu!” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san laagaa, «Pheexroos ka'iitii goorra'ii nyaadhu!» jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Pheexroos ka'iitii goorra'ii nyaadhu!» laagaan jedhu gara isaa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti, «Yaa Phexiros! Ka'iitii qala'aa nyaadhu!» qoonqqa jedhu ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san qoonqoon, «Pheexroos, ka'i; bineensota kana qaladhuutii nyaadhu!» jettu dhage'e.