Acts 10:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo, “Hin teetu, Gootta'a! Ani waan aadaa dhugeeffanna'aatiin qulqulluu hin te'in yookiin waan battii nyaadhee hin beeku” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni waan jed'e, Laki Aabbo, anini haga d'alad'e waan akana kana ka qulqullo intahiini yokhaani waan hamtu akana takale inyaanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo, “Lakkii Aabboo, anin haga dhaladhee waan akkanaa kana ka qulqulloo hinta'iin yokaan waan hamtuu akkanaa takkaallee hin nyaanne” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo, «Gooftaa kiyya! hin ta'u! waan battii tuffatame tokko sirimaa nyaadhee hin beeku» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gooftaa kiyya hin ta'u! waan battii tuffatame tokko sirimaa nyaadhee hin beeku» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Yaa Gooftaa! Hin ta'u! Ani qulqulluu ka hin ta'in yookiin waan baattii ta'e nyaadhee hin beeku» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo, «Hin teetu, Gootta'a! Ani waan aadaa dhugeeffanna'aatiin qulqulluu hin te'in yookiin waan battii nyaadhee hin beeku» jedhe.