Acts 10:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle qoonqoon deebitee, “Waan Waaqi qulqulleesse, ati akka batti'ii hin laakoyin” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni taani ammalle maro lameeso deebite waan jetteeni, Waan Waaqi qulqulleeseeni, Qulqulloniti injed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon taan ammallee marroo lammeessoo deebitee, “Waan Waaqii qulqulleesseen, Qulqullooniti hin jedhin” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'eellee lammeessoo laagaa, «Waan Rabbi qulqulleesse ati hin batteessin» jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deebi'eellee lammaffaa, «Waan Rabbi qulqulleesse ati hin batteessin» laagaa jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana «Ka Waaqinni qulqullaawomaa taasise ati batti'i jechuu hin qabddu qoonqqa jedhu, deebi'ee ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle qoonqoon deebitee, «Waan Waaqi qulqulleesse, ati akka batti'ii hin laakkowin» jetteen.