Acts 10:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan qooqoo ol qabatanee, “Keessuntichi Simoon Pheexroos jedhamu tokko as jiraa?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo olfud'ate aka Simoni ka Petro jed'ani achi jiru gaafatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoo olfudhatee akka Simoon ka Phexros jedhan achi jiru gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan laagaa ufii ol qabatanii, «Keessummaan Simoon Pheexroos jedhame as jiraa?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan laagaa ufii ol qabatanii, «Keessummaan Simoon Pheexroos jedhamu as jiraa?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waamamanii'llee, «Phexiros ka jedhame Simoon keessumumma'aan ka arggamu, asitti moo?» jedhanii ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qoonqoo ol qabatanee, «Keessumtichi Simoon Pheexroos jedhamu tokko as jiraa?» jedhanee gaafatane.