Acts 10:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammalle marroo mudhi'ii adoo yaadatiisatti jiruu Ayyaanni, “Kunoo! Namooti sad si barbaadiisatti jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Petroni daayya suni heregu, Lubbuuni Qulqullooni waan isaani jette, Ilaali, nami sadi sii barbaadu jira,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Phexros waan daayyaa sun herreguu jiruu, Hafuurii Qulqulloon isaan, “Laali, namii sadii si barbaaduu jiraa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos uduu waan manaabaa yaada'aa jiru Ayyaanni, «Kunoo! Namoonni sadihii si soqa'aaran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos waan manaabaa uduu yaada'aa jiru Ayyaanni, «Kunoo! Namoonni sadihii si soqa'aaran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee waayee muldhataa uduma buusee baasuu irra jiru, Hafuurri Qulqulluun akkana jedheen, «Kunoo! Namoonni sadihi si ni barbaadan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammalle marroo mudhi'ii adoo yaadatiisatti jiruu Ayyaanni, «Kunoo! Namooti sad si barbaadiisatti jiran.