Acts 10:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf ka'iitii gad bu'i; ka isaan erge ana waan te'eef adoo hin mamin isaan woliin deem” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi kai, gadi bui, worra woliini deemi, insodaatini; anati worra erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
tanaaf ka'ii, gad bu'ii, hinsodaatinii warra waliin deem; anaatti warra erge” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'iitii gad bu'i; ka isaan erge ana waan ta'eef uduu hin mamin isaan woliin deemi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka'iitii gad bu'i; ka isaan erge ana waan ta'eef uduu hin mamin isaan woliin deemi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka'iitii bu'i, ka isaan erge ana waan ta'eef uduu hin shakkin isaan woliin deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ka'iitii gad bu'i; ka isaan erge ana waan te'eef adoo hin mamin isaan woliin deem» jedhe.