Acts 10:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosille ol isaan waamee, keessunsiisee bulche. Pheexroos boruyyaa ka'ee isaan woliin deeme; dhugeeffattooti qachaa Yophee keessaalle gariin isa woliin deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petroni, Olduuda jed'e worra bulche. Boriyya Petroni worra woliini kae deeme, oboleyaani gari ta Yafa isa woliini yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros, olduudaa jedhee warra bulche. Boriyyaa Phexros warra waliin ka'ee deemee, obboleeyyan gariilleen ta Yophee isa waliin yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee mana seensisee isaan keessummeesse. Bariisaa ka'ee isaan woliin deeme; amantoota Iyyoophee jiran keessaallee gariin isa woliin deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee mana seensisee, isaan keessummeesse. Bariisaa ka'ee isaan woliin deeme; amantoota Iyyoophee jiran keessaallee gariin isa woliin deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee gara manaa isaan aseenisiseeti isaan ni keessummeesse, kadhatee'llee isaan ni bulche. Guyyaa itti aanutti'llee ka'ee isaan woliin ni deeme, obboleeyyan Yophee jiran keessaa turan keessaa'llee tokko tokko isaan woliin ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosille ol isaan waamee, keessumsiisee bulche. Pheexroos boruyyaa ka'ee isaan woliin deeme; dhugeeffattooti qachaa Yophee keessaalle gariin isa woliin deemane.