Acts 10:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo, “Ka'i! Anille namuma akka keetii ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni isa olqabe waan jed'eeni, Oljed'i, anileeni akuma kanke namuma.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo isa olqabee, “Oljedhi, aniilleen akkuma kankee namaa!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo, «Ka'i! Anillee namuma akka keetiitii» jedhee isa kaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee, «Ka'i! Anillee namuma akka keetii ti» jedhee isa kaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Ka'i! Ani'llee akkuma kee nama!» jedhee ni kaaseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo, «Ka'i! Anille namuma akka keetii ti» jedhe.