Acts 10:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf yennaa isin natti ergitane, ani adoo hin mamiin dhufe; yoona maaf akka anatti ergitane beekuu barbaada” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hojuma na yaamani suni anini dubbi male isaniti d'ufe; duuba anini isani gaafad'a maafi na yaamtani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yoma na yaaman sun adoo hinmormin isaniitti dhufe; duuba anin isan gaafadhaa maaf na yaamtani?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin na waamnaan uduu hin mamin dhufe; ammallee maaf na fiddan? jedhee isin gaafadha» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu isin na waamnaan uduu hin mamin dhufe; ammallee maali'iif na fiddan? jedhee isin gaafadha» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Knaaf yeroo natti ergametti mormmii tokko malee ni dhufe, eegaa maali'iif akka ana waamttan, beekuuf ni barbaada.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf yennaa isin natti ergitane, ani adoo hin mamin dhufe; yoona maaf akka natti ergitane beekuu barbaada» jedhe.