Acts 10:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa tokko saafowa gara saatii sagaliititti, ergamaan Waaqaa gara isaa dhufee, “Qorneelewos” jedhee isa waamuun mudhi'iin dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba daayya keesa malaika Waaqa ta isati diideesite d'uftu arge, saa sagali ka guyya. Isiini waan isaani jette, Kornelio!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokko saafaa gara saatii sagalii kanaatti, daayyaa keessa ergamaa Waaqaa tokko ka diidessee isaatti dhufee, “Qorneelewos” jedhee isaatti dubbate arge!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf tokko guyyaa keessa gara sa'aatii sagaliititti maleekkaan Rabbii «Qorneelewoos» jedha'aa hennaa manaabaan gara isaa dhufu addaata'aatti arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa keessa gara sa'aatii sagaliititti «Qorneelewoos» jedha'aa maleekkaan Rabbii hennaa manaabaan gara isaa seenu addaata'aatti arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokko gara saa'aatii sagalii titti maleyikkaan Waaqaa gara isaa yoo aseenuuf, «Qorneelewos!» jedhee yoo waamuun, ifaan mulidhataan itti ni muldhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko saafowa gara saatii sagaliititti, ergamaan Waaqaa gara isaa dhufee, «Qorneelewos» jedhee isa waamuun mudhi'iin dhagge.