Acts 10:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qorneelewos deebisee, “Guyyaa afuriin dura yennuma tana guyyaa keessa saatii sagalitti, ani mana kiyya keessatti daadimatiisatti jiruun, dedhuma nami woyaa calalaxxuu uffateeru tokko na dura dhaabbattee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kornelioni waan jed'eeni, Saati akana tana guyya afuri ka dabre, ato anini mana kiyya keesa tae Waaqa kad'ad'u nami woya bibilit'u toko qabu na dura eje.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qorneelewos deebisee, “Bultii afuriin dura yoma ammaa kana adoo anin saafaa saatii saglii mana kiyya keessa taa'ee Waaqaa kadhadhuu namii wayaa bibillixuu tokko qabu na dura ejje,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qorneelewoos akkana jedhe, «Guyyaa afuriin dura gara sa'aatii sagaliititti ani uduu mana kiyyatti Rabbiin kadhata'aaru namni uffata calanqisu uffate tokko na afoo dhaabatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qorneelewoosillee akkana jedhe, «Guyyaa afuriin dura gara sa'aatii sagaliititti ani mana kiyyatti uduu faateffata'aa jiru; namni uffata calanqisu uffate tokko na afoo dhaabatee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qorneelewos'llee akkana ni jedhe, «Guyyaa afuriin duranatti yeroma kana saa'aatii sagalitti, mana kiyyatti ni kadhadha ture, kunoo dimmaa naminni uffata biliqisu uffate tokko, durana kiyya ni dhaabate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qorneelewos deebisee, «Guyyaa afuriin dura yennuma tana guyyaa keessa saatii sagalitti, ani mana kiyya keessatti daadimatiisatti jiruun, dedhuma nami woyaa calalaxxuu uffateeru tokko na dura dhaabbattee,