Acts 10:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Qorneelewos! Waaqi daadimata keeti dhage'eera; hiyyeeyyii qarqaaruu keetille yaadateera’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan naani jed'e, Kornelio, kad'acha tante ya d'agayani, ammalle aki atini biyya wo kennitu la fuula Waaqa dura gahe, akasiini amma ya si qaabatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Qorneelewos, kadhachaa tantee waaqii la sii dhagaye, ammallee waan atin hiyyeeyyii kennituullee la sii qaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Qorneelewoos! Rabbiin kadhachuun kee Rabbiin afo'otti sii dhagayameera; kennaan ati hiyyeeyyi'ii kennitullee sii yaadatameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Qorneelewoos! faateen kee Rabbiin afo'otti sii dhagayameera, kennaan ati hiyyeeyyi'ii kennitullee sii yaadatameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkana'llee naan jedhe, ‹yaa Qorneelewos! Waaqinni kadhannaa kee dhagayee jira, arjjoomnni hiyyeesotaaf raawwatte'llee si yaadamee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Qorneelewos! Waaqi daadimata keeti dhage'eera; hiyyeeyyii qarqaaruu keetille yaadateera› jedhe.