Acts 10:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos isaaniin, “Dhugumaan Waaqi akka nama wol hin caalchinne hubadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petroni waan jed'e, D'uguma anini ya hubad'e aka Waaqi nama tokole wolindabarsine ch'ufa qit'e takati heregu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros, “Dhugumaa anin akka Waaqii nama tokkoollee wali hindabarsine amma la hubadhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos akkana jedhee dubbate, «Dhugamaan Rabbi nama akka nama wol hin caalchifne hubadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos akkana jedhee dubbate «Dhugamaan Rabbi nama akka nama wol hin caalchifne hubadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee akkana jechu'uun dubbachuu jala ni qabe, dhugamaanuu Waaqinni nama namaan akka wol hin caalchifnne ni hubadhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos isaaniin, «Dhugumaan Waaqi akka nama wol hin caalchinne hubadheera.