Acts 10:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mudhatuun isaa nama duudi'iif adoo hin te'in, nu worra dhugaa bayoota isaa akka teenuuf filannee, du'aa ka'a isaatiin duuba isa woliin nyaannee fi unnetti mudhateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti isa ingarre, ammo jara d'uga isaa tahe, ka Waaqi qara fohateefi nuleeni ka isa woliini nyaanne d'unne, eegi inni duisa keesa kae, isa agarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii isa hingarre, ammoo nu warrii akka dhugaa isaa taanu, Waaqii qaraa foohate eegii innii du'a keessa ka'e isa waliin nyaannee dhunnee, la isa agarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee banii maraafii miti; haa ta'uu ammo nu worra firrisa Rabbiif filatamnee ragaa isaa taaneef malee; haga inni worra du'an keessaa ka'een maayii worri isa woliin nyaatee dhuge nu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee banii maraafii miti. Haata'uu ammoo, nu worra firrisa Rabbiif filatamnee ragaa isaa taaneef malee, haga inni worra du'an keessa ka'een maayii isa woliin worri nyaatee dhugee nu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka muldhate'llee durssee ragoota Waaqaan filatamaniif malee, ummata maraafii miti, inni du'aa eega ka'een duubatti nu worrinuu isaan woliin ka nyaannee fi ka dhuginne ragoota,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mudhatuun isaa nama duudi'iif adoo hin te'in, nu worra dhugaa bayoota isaa akka teenuuf filannee, du'aa ka'a isaatiin duuba isa woliin nyaannee fi unnetti mudhateera.