Acts 10:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isatti dhugeeffatu duudiin, maqaa isaatiin araara cubbu'uu akka dhaggatanu, raagoti duudiin dhugaa bayaneeraran” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi ch'ufti isa d'ugeesa, aka maro maqa isatiifi nami isa d'ugefatu ch'ufti araarama argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Raagii cuftii, akka namii isaatti dhugeeffatu cuftii maqaa isaatiin araarama cubbuu argatu isaa dhugeessa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isatti amanu maruu maqaa isaatiin akka dhiifamsa cubbu'uu argatuuf raattonni maruu hin raganiif.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isatti ka amanu maruu maqaa isaatiin dhiifamsa cubbu'uu akka argatuuf raattonni martuu hin raganiif.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isatti amanu marrinuu maqaa isaatiin dhiifama cubbu'uu akka argatu, nabiyyoonni marrinuu ragaa ni bayaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isatti dhugeeffatu duudiin, maqaa isaatiin araara cubbu'uu akka dhaggatanu, raagoti duudiin dhugaa bayaneeran» jedhe.