Acts 11:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
inni dubbii atii fi worri keeti duudiin ittiin fayyitanu hin dubbata’ akka jedheen nutti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni aka siifi worri kankeleeni baafamtani siti hima.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
innii akka sii fi Warrii keelleen baafamtan sitti hima’ jedheen nutti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
innillee atii fi namoonni mana keetii maruu waan ittiin fayyitan isinitti hima akka jedheen nutti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
innillee atii fi namoonni mana keetii maruu waan ittiin fayyitan isinitti hima akka jedheen nutti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni'llee atii fi maatiin kee marri ka ittiin fayyitan dubbii Waaqaa isinitti ni hima akka isaan jedhe nutti ni hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni dubbii atii fi worri keeti duudiin ittiin fayyitanu hin dubbata› akka jedheen nutti hime.