Acts 11:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi yennaa nuuti Goottaa Yesuus Kiristoositti dhuugeeffanne kennansuma nu'uuf kenne san, isaan worra Yihudoota hin te'iniifille eega kenne, ka Waaqa dhooggu ani eennu ree?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi qarqaarsa aka nuu kenne worra kanale kenne, gaafa nu Aabbo Yeso Kristo d'ugefanne, anini eennu re ka dandae Waaqa d'owu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo Waaqii kennamsa akka gaafa nu Aabboo Yesusii Kiristootti dhugeeffanne nuu kenne warra kannaallee kennee, ‘Anin namii danda'ee Waaqaa dhowwu eennu ree?’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Rabbi nu worra Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanne kanaa akkana yoo kenne, isaaniillee akkasuma yoo kenne, waan kana Rabbiin dhooggu'uuf ani dandeettii qabaa?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Rabbi nu worra Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanne kanaa akkana yoo kenne, isaaniillee akkasuma yoo kenne waan kana Rabbiin dhooggu'uuf ani dandeettii qabaa?»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nu'u Gooftaa Yesus Kristostti yeroo amannetti Waaqinni kennaa nuuf kenne isaaniif'llee eega kennee duubatti, Waaqa dhoogu'uuf ka danda'u ani eennu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi yennaa nuuti Goottaa Yesuus Kiristoositti dhugeeffanne kennansuma nu'uuf kenne san, isaan worra Yihudoota hin te'iniifille eega kenne, ka Waaqa dhooggu ani eennu ree?» jedhe.