Acts 11:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Barnaabaas Saa'ol barbaadiisaaf gara Xarseesii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Barnabani gara Tarso d'aqe aka Saulo barbaadu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Baarnaabaas Saa'oli barbaaduuf gara Xarsee dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barnaabaasillee Saa'oliin soqu'uuf gara Xeerseesii dhaqe; hennaa isa arge gara Anxookiya'aa isa fide.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barnabaasillee Saa'ooliin soqu'uuf gara Xeerseesii dhaqe; hennaa isa arge gara Anxookiya'aa isa fide.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Baarnaabaas Saa'oliin barbaaduuf, gara Xerseesii ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Baarnaabaas Saa'ol barbaadiisaaf gara Xarseesii dhaqe.