Acts 11:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isa dhagge gara Anxokiya'aa isa fidee, woggaa guutuu isaan lamaanuu wolde'a Kiristaanaa woliin gumii hedduu barsiisane. Dhugeeffattooti qaraa Anxokiya'atti, “Kiristaanota” jedhamanee waamamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arginaani Antiokiani isa d'ufe. Haga ganna toko worri gumi Waaqatiini wolwoldae nama heddu barsiise. Ammalle Antiokia keesa qara jara Yesotiini Kristiani jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa arginaan gara Anxokiyaatiin dhufe; haga ganna tokkoo cufa warrii gumii Waaqatiin walwalda'ee, nama hedduu barsiise. Ammallee Anxokiyaa keessatti qaraa jara Yesus “Kiristaana” jedhanii yaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woldaa kiristaanaatitti woggaa tokko guutuu wolitti qabamanii banii hedduu barsiisan. Darasoonnillee hennaa jalqabaatiif Anxookiya'atti, «Kiristaana» jedhamanii waamaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woldaa kiristaanaatitti woggaa tokko guutuu wolitti qabamanii banii hedduu barsiisan. Darasoonnillee hennaa jalqabaatiif Anxookiya'atti, «Kiristaana» jedhamanii waamaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo argateenitti'llee gara Anxokiyaa ni fideen, lamaanuu woggaa tokko guutuu woldayoota woliin tokkummaan ta'anii, namoota baayi'ee ni barsiisan, barattoonni isaa'llee yeroo jalqabaatiif Anxokiya'atti, «Kristaana» jedhamanii ni waamaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isa dhagge gara Anxokiya'aa isa fidee, woggaa guutuu isaan lamaanuu wolde'a Kiristaanaa woliin gumii hedduu barsiisane. Dhugeeffattooti qaraa Anxokiya'atti, «Kiristaanota» jedhamanee waamamane.