Acts 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ati mana worra haqanqaba hin qabatinii dhaxxee, isaan wolille'een nyaatte” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ya worra qabanqaba inqabatini woliini nyaatte d'udde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin ya warra qabaanqabaa hinqabatiin waliin nyaatte” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati mana worra hin gadoomnee seentee isaan woliin nyaatte» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ati mana worra hin gadoomnee sentee isaan woliin nyaatte» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waayee maaliitiif gara mana worra hin gadoominii aseentee isaan woliin nyaate?» jechu'uun ni gilndisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati mana worra haqanqabaa hin qabatinii dhaxxee, isaan wolille'een nyaatte» jedhane.